Dr Obsaa Hassan

Dr Obsaa Hassan Waan beeynu wal barsiisna Uummata qashtii 😍
ሡለ αŒ€αŠ“α‹Ž αˆ˜α‹ˆα‹«α‹¨α‰΅ αŠ₯αŠ•α‰½αˆ‹αˆˆαŠ•α’ αˆ›α‹ˆα‰… α‹¨αˆšαˆαˆαŒ‰α‰΅αŠ• αˆ›αŠ•αŠ›α‹αŠ•αˆ ነገር?

13/02/2023
"Yaa rabbii galanii kee kuma kumaa...." Art Usmaayyoo muusaa abbaa koo jannata rabbin siif haa kennu😍 namuu numa deema a...
13/02/2023

"Yaa rabbii galanii kee kuma kumaa...."
Art Usmaayyoo muusaa abbaa koo jannata rabbin siif haa kennu😍 namuu numa deema ayy duniyaa

04/02/2023
02/02/2023

Pretty Somali girl in the 1920 G.C
with beautiful smile 😍

Qaamni dhimmi ilaalu deebii nuu kennuu qaba. Anis single dhaπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
01/02/2023

Qaamni dhimmi ilaalu deebii nuu kennuu qaba. Anis single dhaπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

DhugaadhaπŸ™
01/02/2023

DhugaadhaπŸ™

"Dhaabbileen amataa dhimmoota gurguddoo 3 of keessaa qulqulleessinaan rakkooleen hunduu ni furamu. Isaanis:
1. Siyaasa
2. Hanna
3. Sanyummaa

Kaayyoon dhaabbilee amantaa namooni fedhiif fooniif akka bitamaniif osoo hin taane addunyaa boruutiif qopheessuudha. Siyaasni, hannii fi sanyummaan ammoo dhimma waqtaawoo fi kan kaayyoo dhaabbilee amantaa waliin hin adeemnedha. Kanaaf, dhaabbileen amantaa dhimmoota kana irraa bilisa ta'uudhaan nageenya mirkaneessuufi labsuu qabu." MM. Dr. Abiyyi Ahimad

01/02/2023

Bu'aa singilummaa😁
Edaa nuti isiniif qaaliidha

  mindaa guddaati isin gargaaruunπŸ™πŸ™Wa'ee fayyaa keessanii gorsi bifa Kamiin isin bira gahu feetu? 1vedio2 barreefama  ka...
31/01/2023

mindaa guddaati isin gargaaruunπŸ™πŸ™
Wa'ee fayyaa keessanii gorsi bifa
Kamiin isin bira gahu feetu?
1vedio
2 barreefama
kana follow fi share godhaa waliif.sani hamillee wal jabeessuun‘‘‘

Nama tasa si biratti fi'ame(mana qilleensaa waa seenan) ykn hudhame,akkamitti gargaarta??Dr.Hamza.U add godhaa irraa fay...
31/01/2023

Nama tasa si biratti fi'ame(mana qilleensaa waa seenan) ykn hudhame,akkamitti gargaarta??
Dr.Hamza.U add godhaa irraa fayyadamaa

  dur hafee booKan ammaa kun irra dibaadha  gaarii guyyaa bareedaa qabaadha. #α‹¨α‰°α‰£αˆ¨αŠ¨ α‰€αŠ• α‹­αˆαŠ•αˆ‹α‰½αˆ  a blessed day . Lencho Ka...
29/01/2023

dur hafee boo
Kan ammaa kun irra dibaadha
gaarii guyyaa bareedaa qabaadha.
#α‹¨α‰°α‰£αˆ¨αŠ¨ α‰€αŠ• α‹­αˆαŠ•αˆ‹α‰½αˆ
a blessed day
. Lencho KawoDr. Lencho Kawo

  πŸ˜ͺ duaii haa goonuuπŸ™ mana isaanitu gubachaa jiraNagayaa bareedaa san rabbiin haa deebissuuf Qaamni dhimmi ilaalu callis...
26/01/2023

πŸ˜ͺ duaii haa goonuuπŸ™ mana isaanitu gubachaa jira
Nagayaa bareedaa san rabbiin haa deebissuuf
Qaamni dhimmi ilaalu callissuu hin qabu!!!!

Address

Hararge
Harar
2860

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Obsaa Hassan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr Obsaa Hassan:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category