Milki Multi-Specialty center

Milki Multi-Specialty center Founded by multiple Specialist Doctors with a goal of providing high quality affordable healthcare

  Ayyaana Irreechaa kan bara 2018 Nagaan Geessan! Ayyaana, nagaa, jalalaa fi  milkii !  #እንኳን ለኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ !በዓሉ ...
04/10/2025

Ayyaana Irreechaa kan bara 2018 Nagaan Geessan! Ayyaana, nagaa, jalalaa fi milkii !

#እንኳን ለኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሳችሁ !
በዓሉ የሰላም ፣ የፍቅርና የደስታ እንዲሆንልዎ ይመኛል፡፡
መልካም በዓል !

Baga Ayyaana Irrechaa ittiin  isin gahe ! Irreechi Baranaa kan Olkaainsaa, Milkii fi  Badhaadhinaa isinif haa tahu ! መልካ...
30/09/2025

Baga Ayyaana Irrechaa ittiin isin gahe !
Irreechi Baranaa kan Olkaainsaa, Milkii fi Badhaadhinaa isinif haa tahu !
መልካም የኢሬቻ በዓል !

እንኳን ለደመራ በዓል በሰላም አደረሳችሁ ! Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi Baga Ayyaana Masqalaa Nagayaan Geessan !Kan Nagaaya, ...
26/09/2025

እንኳን ለደመራ በዓል በሰላም አደረሳችሁ !

Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi Baga Ayyaana Masqalaa Nagayaan Geessan !Kan Nagaaya, Kan jalaala fi Milkii

Guyyaa Arraa wallaansa Baqaqsanii yaaluu cirracha kalee  Milki Multi-Specialty center  milkiidhan xumurameera  !  Wa'ee ...
13/09/2025

Guyyaa Arraa wallaansa Baqaqsanii yaaluu cirracha kalee Milki Multi-Specialty center milkiidhan xumurameera !
Wa'ee XIRRACHA KANAA MAAL IRRA AKKA DHUFU fi yaalaa isaa barruu asiin gadii kana Dubbisaa !

CIRRACHA KALEE (KIDNEY STONE)

1. Maalummaa Cirracha Kalee

Cirrachi kalee dhukkuba qaama keenya keessatti keemikaalota garaagaraa walitti qabaman irraa kan dhufu dha. Keemikaalotni kunis kanneen akka:

Kaalsiyeemii (Calcium)

Amooniyaa (Ammonia)

Yuuriik asiidii (Uric Acid)

Sistee'iinii

2. Sababoota Cirracha Kalee Uumuu

Sababoota cirracha kalee uumu keessaa:
1. Bishaan gahaa dhuguu dhabuun qaamni dhangala’aa dhabuu

2. Nyaata pirootiinii (protein) heddummaatee soorachuu, fkn. foon diimaa

3. Nyaata fiber irratti badhaadhan dhabuu

4. Sochii qaamaa (physical exercise) gochuu dhabuu

5. Infeekshinii ujummoo fincaanii irra deddeebi'ee dhufu

6. Maatii keessatti namni cirracha kalee qabu yoo jiraate

7. Kalee tokkoon dhalachuu ykn kalee tokko warra biroo gumaachuu

8. Baqaqsanii hodhuu mar’immaanii yoo taasifame

9. Qoricha akka aspirin, antacids, akkasumas qoricha HIV/AIDS fi maraammartoo fayyadaman hedduu fudhachuun carraa cirracha kalee ni dabala

10. Cirrachi kalee dhiira irratti harka 4 caalaa baay'ata

3. Mallattoolee Cirracha Kalee

Namni cirracha kalee yoo qabaate mallattoolee armaan gadii ni mul’isa:

Dhukkubbii tasaa cimaa cinaacha ykn dugda irratti dhagahamuu

Fedhii nyaata dhabuu

Fincaan diimaa ykn dhiigaan wal makuu

Fincaan dhangala'aa gadi bu'aa dhabuu

Dadhabbii fi ho'aa qaamaa (fever)

4. Furmaata

Mallattoolee armaan olii yoo ofirratti argine, gara buufata fayyaa deemuun qorannoon akka taasifamu godhuun barbaachisa. Yoo qorannoon taasifame:

A. Hanga Cirracha Kalee Xiqqaa Ta'e (< 0.5cm)

Yoo ultrasound ykn CT-scan irratti hanga cirracha kalee sun 0.5cm gadi ta'e, bishaan hedduu dhuguun, qoricha dhukkubbii hir’isu fudhachuun, fi fincaan waliin akka ba’u eeggachuun furmaata ta'a.

B. Hanga Cirracha Kalee Guddaa Ta'e (> 0.5cm)

Yoo 0.5cm ol ta’e, mala hedduu fayyadamuun cirracha kalee diiguu danda’ama:

1. Lithotripsy – Annisaa ifaa (shock wave) qaamatti gadi lakkisuun cirracha akka caccabu taasisa.

2. Yaala baqaqsanii hodhuu (Surgery) – Cirracha kalee guddaa ta’e balleessuuf fayyadama.

5. Ittisa Cirracha Kalee

Bishaan gahaa dhuguu (guyyaa litira 2-3)

Nyaata soodiyeemiin (milixii, qorii) fi oksaalaatiin (shaayi, siinqee, shokolaataa) badhaadhe xiqqeessuu

Qaama sochoosuu fi dhangala'aa qaama keenyaa fooyyessuu

Maatii keessatti namni cirracha kalee qaba yoo jiraate yeroo yeroon qorannoo fayyaa gochu qabdan

Ofirraa baasuuf ammoo dhaabata Milki Multi-Specialty center koottaa

ሐረር፣ አራተኛ፣ ግብርና ማዞርያ
📲 0968686821/0968686822
☎️ 0254660801
Tessoon teenya Harar. Meeyxuu Biroo qonnaa 20 m Ol-seentanii nu arkattan

Odeefannoo dabalataaf chaanaali kanaan hordofaa
https://t.me/Milkimultispecialitycenter
https://www.facebook.com/profile.php?id=100093374203081&mibextid=ZbWKwL
https://youtu.be/bqws8jvNL5o

Happy Ethiopian New Year!Baga wagga haaryaan itti isingahe ! መልካም አዲስ አመት !Bara milkii  isiniif haa tahu  !
10/09/2025

Happy Ethiopian New Year!
Baga wagga haaryaan itti isingahe !
መልካም አዲስ አመት !
Bara milkii isiniif haa tahu !

Congratulations to all Ethiopian !
08/09/2025

Congratulations to all Ethiopian !

OROMIA HEALTH BUREAU
11/07/2025

OROMIA HEALTH BUREAU

🦴የዝንጀሮ ፈንጣጣ ✍️ የዝንጀሮ ፈንጣጣ በሽታ (Mpox) ሞንከይ ፖክስ ቫይረስ አማካኝነት የሚከሰት የቆዳ በሽታ ነው::   👇   የመተላለፊያ መንገድ ✍️ የዝንጀሮ ፈንጣጣ በበሽታው ከተያዙ...
15/06/2025

🦴የዝንጀሮ ፈንጣጣ

✍️ የዝንጀሮ ፈንጣጣ በሽታ (Mpox) ሞንከይ ፖክስ ቫይረስ አማካኝነት የሚከሰት የቆዳ በሽታ ነው::

👇 የመተላለፊያ መንገድ

✍️ የዝንጀሮ ፈንጣጣ በበሽታው ከተያዙ ሰዎች ቆዳ ንክኪን ከሰው ወደ ሰው ይተላለፋል።

✍️ በቅርብ ርቀት ላይ ሆኖ ማውራትን ወይም መተንፈስን ጨምሮ በበሽታው ከተያዙ ሰዎች ጋር በሚኖር የቀረበ ግንኙነት ይተላለፋል።

✍️ በቫይረሱ የተበከሉ የመኝታ አልባሳት፣ በልብሶች እና በፎጣዎች አማካይነት በሚኖር ንክኪም በሽታው ሊተላለፍ ይችላል።

👇 ምልክቶች

✍️ በዝንጀሮ ፈንጣጣ በተያዘ ሰው ላይ መጀመሪያ የሚታዩት ምልክቶች ትኩሳት፣ ራስ ምታት፣ እብጠት፣ ጀርባ ህመም እና የጡንቻ ህመምን ያካትታል።

✍️ ትኩሳት ከተከሰተ በኋላ ከፊት ጀምሮ ቀሪውን የሰውነት ክፍልን የሚያዳርስ ሽፍታ የሚከሰት ሲሆን፣ በአብዛኛው በእጅ መዳፍ እና በእግር መረገጫ ላይ ይከሰታል።

✍️ በሰውነት ላይ የሚያጋጥመው ሽፍታ በጣም የሚያሳክክ እና የሚቆጠቁጥ ሲሆን፣ በተለያዩ የለውጥ ደረጃዎች ውስጥ አልፎ በመጨረሻም እብጠት በመፍጠር ኋላ ላይም ይከስማል። ቁስለቱም ጠባሳን ትቶ ሊያልፍ ይችላል።

✍️ በሽታው በአብዛኛው ከሁለት እስከ ሦስት ሳምንት ባለው ጊዜ ውስጥ በራሱ የሚጠፋ ይሆናል።

👇 መከላከያ እና ህክምናው

✍️ የዝንጀሮ ፈንጣጣን ለማከም የተዘጋጀ ህክምና የታመሙ ሰዎችን ለማዳን በጣም ጠቃሚ ቢሆንም፣ ነገር ግን ህክምናው ምን ያክል ውጤታማ እንደሆነ የሚያሳይ ውስን ጥናት እንዳለ ነው የሚገለጸው።

✍️የዝንጀሮ ፈንጣጣ ወረርሽኝን፣ በሽታውን በመከላከል መቆጣጠር የሚቻል ሲሆን፣ ይህንንም ለማድረግ ተመራጩ መንገድ የመከላከያ ክትባት መስጠት ነው።

✍️ በአሁኑ ጊዜ ሦስት በሽታውን መከላከያ የክትባት ዓይነቶች ቢኖሩም፣ ክትባቶቹ የሚሰጡት ለበሽታው ተጋላጭ ለሆኑ እና በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር የቀረበ ንክኪ ላላቸው ብቻ ነው።

Dr. Fantahun Abza, Dermatovenereologiest
Via Harme specialty center

15/06/2025
Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉
14/06/2025

Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

14/06/2025

Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

Eid Mubarak !
05/06/2025

Eid Mubarak !

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Milki Multi-Specialty center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram