06/12/2025
misooma koorridarii
inni kuni hedduu takka bareedaadha. maaliifi yoo jette
1 ffaa bareedina magaalaatiif bareedaadha.
2ffa qulqullina magaalattiif bareedadha
3ffaa madda galiif bareedadha.
4ffaa guddina magaalattiif bareedaadha.
5ffaa misooma magaalattiif bareedaadha.
6ffa naamusa magaalattiif bareedaadha.
7ffaa fayyummaaf bareedaadha.
8ffaa tasgabbaawina isheetiif barbaachisaaadha
walumaa galatti corrider is for us saniifuu jabaadhaa