Medical information

Medical information Hararge tube Health

What is this instrument called?👇👇👇👇👇
25/04/2025

What is this instrument called?👇👇👇👇👇

DEEPPOO PIROOVEERAA/lilmoo ji’a sadii sadiin waraanamu*********************************  👉Kan mala ittisa da’umsaa  ji’a...
22/04/2025

DEEPPOO PIROOVEERAA/lilmoo ji’a sadii sadiin waraanamu
*********************************

👉Kan mala ittisa da’umsaa ji’a sadiif gargaaru dha.
👉Lilmoodhan harka Irratti kan keennamu yommuu ta’u, qabiyyeedhan hormonii proojeestiroonii jedhamu of-keessatti qabata.
👉Malli ittisa da’umsaa kun hojii isaa kan hojjetu:
✅Ovuleeshiniin akka hin gaggeeffamne/hanqaaquun akka hin geejibamnee/ godha.
✅Mukasii yookin dhangala’aa afaan gadameessaa irratti argamu furdisuun mi’oon/semen/ akka haala salphaan hin dabarre taasisa.
✅Dhaabni gadameessaa micireedhaaf haala mijataa akka hin uumne taasisa.

👉Faayidaa isaa
✅Torbaan 12f da’uumsa ittisa
✅Yeroo dubartiin harma hoosiftu yoo fudhatame dhiibbaa geessisu hin qabu.

👉Dhiibbaa inni uumu

✅Marsaan laguu yeroo isaa eeggatee dhuufuu dhiisuu danda’a.
✅Dubara tokko tokko irratti ulfina qaamaa dabaluu danda’a.
✅Erga dubartiin mala ittisa da’umsaa kana fudhachuu dhabde booda ulfi yeroo muraasaaf turuu danda’a.

Waa'eWaa'ee Fayyaai Medical Center

Dhiiguu gadameessaa sirrii hin taane   - 𝙖𝙗𝙣𝙤𝙧𝙢𝙖𝙡 𝙪𝙩𝙚𝙧𝙞𝙣𝙚 𝙗𝙡𝙚𝙚𝙙𝙞𝙣𝙜🔸️Dhiiguun gadameessaa sirrii mitii kan jedhamuu - gar...
18/04/2025

Dhiiguu gadameessaa sirrii hin taane - 𝙖𝙗𝙣𝙤𝙧𝙢𝙖𝙡 𝙪𝙩𝙚𝙧𝙞𝙣𝙚 𝙗𝙡𝙚𝙚𝙙𝙞𝙣𝙜

🔸️Dhiiguun gadameessaa sirrii mitii kan jedhamuu - garmalee dhiiguun yoo jiraatee, laguun (menestrual bleeding) yeroo isaa eegee kan hin dhufnee, baayyaachuu, xiqqaachuu akkasumas yeroo laguun hin dhufnee alattis dhiiguun yoo jiraatedha.

Marsaa Laguu
(menstrual cycle?)

▪️Marsaan Laguu adeemsa qaamni wal hormaata shamaraa/dubartii tokkoo baatii baatiin geggeesu dha. Dhiigni dhangala'us gadameessarraa kan dhufu yoo tahu, innis laguu (menustration) jedhama.

Marsaa laguu fayyaalessa
(Normal Menustral cycle)****

■ Kana beekuun rakkinni laguu irra jiru, yoo maal tahe gara mana yaalaa deemuu qabna kan jedhuuf hedduu barbaachisaadha.

a) Laguun sirriin yeroo wal fakkaataa ta'erra dhufuu qaba.

b) Laguun fayyaalessa tahe tokko guyyaa 28+-7(21-35) keesatti baatii baatiin dhufuu qaba.

c) Dheerinni laguu fayyaalessa tahee tokko guyyaa 1- 8 (giddu galeessaan 3-5) tahuu qaba.

d) Hammi dhiiga dhangala'uu mililiitira 10-80 yoo tahu, kunis taampoonii/moodesii Saati 24 kessaattii 4 fi isaa gadii fayyaadamuun amaala Laguu fayyaalessati.

🔸️ Adeemsa armaan olii ala Laguun dhufu kamillee dhiiguu gadameessa karaa irraa ka'ate (sirrii hin taane), kan afaan fayyaatiin 'Abnormal uterine bleeding' AUB jedhamudha.

Maaltu namatti fidaa?

▪︎ Hormoniin yeroo jeeqamu - hormonii estirojinii fi projestironii jedhaman kan gadameessa ulfaaf qopheessan wal madaaluu dhabuu.

▪︎ Rakkoon qaama hanqaaquu dhalaa qopheessu (o***y) hanqaaquu ji'aan gadhiisuu dhabuu

▪︎ Xannachootni garaagaraa gadameessa keessatti uumamuu

▪︎ Meeshaa ulfa ittisuu gadameessa kaawamu (IUD) fayyadamuu

▪︎ Ulfa waliin ykn ulfi namarraa ba'uun akkasumas obbatiin bakka malee uumamuu

▪︎ Kaansarii gadameessaa fi fiixee gadameessaa

▪︎ Sanyiidhaan dhukkuba akka malee dhiiguu qabachuu

▪︎ Qorrichoota garaagaraa kan ulfa dhorkuuf fudhataman, qorrichoota dhiiga qallisuuf fudhataman.
Barumsa FayyaaBarumsa Fayyaa

Your womb is blessed with adorable 🥰 babies 🤰🏼🍼👯‍♀️🥰Ten Unknown Facts About  1. Founding and History: BMW, Bayerische Mo...
09/04/2025

Your womb is blessed with adorable 🥰 babies 🤰🏼🍼👯‍♀️🥰

Ten Unknown Facts About
1. Founding and History: BMW, Bayerische Motoren Werke AG, was founded in 1916 in Munich, Germany, initially producing aircraft engines. The company transitioned to motorcycle production in the 1920s and eventually to automobiles in the 1930s.
2. Iconic Logo: The BMW logo, often referred to as the "roundel," consists of a black ring intersecting with four quadrants of blue and white. It represents the company's origins in aviation, with the blue and white symbolizing a spinning propeller against a clear blue sky.
3. Innovation in Technology: BMW is renowned for its innovations in automotive technology. It introduced the world's first electric car, the BMW i3, in 2013, and has been a leader in developing advanced driving assistance systems (ADAS) and hybrid powertrains.
4. Performance and Motorsport Heritage: BMW has a strong heritage in motorsport, particularly in touring car and Formula 1 racing. The brand's M division produces high-performance variants of their regular models, known for their precision engineering and exhilarating driving dynamics.
5. Global Presence: BMW is a global automotive Company
6. Luxury and Design: BMW is synonymous with luxury and distinctive design, crafting vehicles that blend elegance with cutting-edge technology and comfort.
7. Sustainable Practices: BMW has committed to sustainability, incorporating eco-friendly materials and manufacturing processes into its vehicles, as well as advancing electric vehicle technology with models like the BMW i4 and iX.
8. Global Manufacturing: BMW operates numerous production facilities worldwide, including in Germany, the United States, China, and other countries, ensuring a global reach and localized production.
9. Brand Portfolio: In addition to its renowned BMW brand, the company also owns MINI and Rolls-Royce, catering to a diverse range of automotive tastes and luxury segments.
10. Cultural

Address

Harar

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Medical information posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram