Dhaloota Ida,amuu

Dhaloota Ida,amuu "Daandiin Keenya Ida,amu Galmi Keenya Badhaadhina!"
Beeki.

04/07/2025

Nuti Hojjatee Bulaadha malee
Odeessee Bulaa miti jecha
(Dr Abiy Ahmed)

Miseensota WBO 350 irratti tarkaanfin fudhatameera!Humna WBO filannoo nagaa didee daangaa Keeniyaa fi Boorana giddu buuf...
07/02/2025

Miseensota WBO 350 irratti tarkaanfin fudhatameera!

Humna WBO filannoo nagaa didee daangaa Keeniyaa fi Boorana giddu buufatee ummata biyyoota lamaanii dararaa ture irratti tarkaanfiin fudhatame humni WBO naannawa daangaa Booranaa fi Keeniyaatti buufatee ummata biyyoota lamaan dararurratti bobba’ee ture, qindoomina humnoota nageenyaa Keeniyaa fi Itoophiyaatiin barbaadaa’uun Itti fufee jira. Tarkaanfii fudhatame kanaanis meeshaalee waraanaa dabalatee leeccalloon gara garaa humni kun badiidhaaf itti fayyadamaa ture booji’amee jira.

Miseensoni garee kanaa lakkoofsaan 350 ol ta’an irratti tarkaanfiin fudhatamuun beekameera

ታሪክ የማይረሳው አሰቃቂ ጭፍጨፋ!የእልቂት ነጋሪት የሚጎስመው ጽንፈኛው የህወሀት ርዝራዥ የነ ደብረጽዮን ቡድን፥ በአማራ ህዝብ ላይ የፈፀመውን ያን ሁሉ ግፍ ወደ ጎን ትቶ፣ በርዝራዥ ሳንቲም ...
05/02/2025

ታሪክ የማይረሳው አሰቃቂ ጭፍጨፋ!
የእልቂት ነጋሪት የሚጎስመው ጽንፈኛው የህወሀት ርዝራዥ የነ ደብረጽዮን ቡድን፥ በአማራ ህዝብ ላይ የፈፀመውን ያን ሁሉ ግፍ ወደ ጎን ትቶ፣ በርዝራዥ ሳንቲም ከሚገዛቸው ከአማራ ጉያ ወጥተው አማራን ከሚያሰቃዩ ጋር በመጣመር በአጋምሳ፣ በውጫሌ የአማራ ንጹሃንን በጅምላ የጨፈጨፈው የሚረሳ አይደለም!

ህወሃት በአማራ ህዝብ ላይ የፈጸመው የዘር ጭፍጨፋ እና ንብረት ማውደም የማይረሳ ታሪክ ሆኖ ተመዝግቧል!የወጋ ቢረሳ የተወጋ አይረሳም!😢😢😭😭
05/02/2025

ህወሃት በአማራ ህዝብ ላይ የፈጸመው የዘር ጭፍጨፋ እና ንብረት ማውደም የማይረሳ ታሪክ ሆኖ ተመዝግቧል!
የወጋ ቢረሳ የተወጋ አይረሳም!😢😢😭😭

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dhaloota Ida,amuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dhaloota Ida,amuu:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category