Dr.Areb ali

Dr.Areb ali Harer

04/12/2023

አንካራ የፍልስጤሙን ሃማስ እንደ ምዕራባውያን ሀገራት በሽብር አልፈረጀችም

04/12/2023
04/12/2023

Biiroon Nageenyaa fi tasgabbii Naannoo Hararii nageenya keessummoota Guyyaa sabootaa, sablammootaa fi ummatootaa kabajuuf Harar qaxxaamuranii imalaniif qophiin gahaan xumuramuu beeksise.

Naannichatti Keessummoota guyyaa sabootaa, Sab-lammootaa fi ummatootaa kabajuuf gara naannoo Somaalee Magaalaa Jijjigaatti imalaniif simannaan taasifamaa akka jirus eerameera.

Akka hogganaan Biiroo Nageenyaa fi tasgabbii Naannoo Hararii Obbo Toofiq Mohaammad jedhanitti, nageenya amma naannicha keessatti mullatu itti fufsiisuuf hawaasa hirmaachisuun murannoon hojjatamaa jira.

Keessumattuu keessummoonni guyyaa sabootaa, sablammootaa fi ummatoota Itoophiyaa 18ffaa kabajuuf gara naannoo Somaalee imalan haala guutumatti nagaa ta'een akka socho'an qophiin taasifamuu eeraniiru.

Kanaafiis humnoonni nageenyaa naannichaa humnoota tikaa federaalaa fi naannoo Oromiyaa waliin qindoomuun qophii barbaachisu taasiseera jedhaniiru.

Obbo Tofiq itti dabaluudhaanis ayyaanichi nagaan kabajamee akka xumuramuuf naannolee fi magaalota ollaa waliin qindoominaan hojjetamaa jirra jedhaniiru.

Ummanni naannichaas,Harar kan ittiin beekkamtu duudhaalee gaarii nageenyaa,jaalalaa, wal danda’uu fi keessummaa hammachuu calaqqisiisuun keessummoota akka simatan waamicha dhiheessaniiru.

Guyyaan Saboota, Sab-lammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 18ffaan Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti mata duree "sabdaneessummaa fi walqixxummaan tokkummaa biyyoolessaatiif" jedhuun kan kabajamu ta'uun ibsameera.

02/12/2023

Mootummaan Naannoo Hararii jijjiirraa iddoo hoggansaa taasiseera.

Mootummaan Naannichaa gaggeessitootaa damee adda addaa sadarkaa addaa addaa irra jiran jijjiirraa gaggeessuu beeksise.

Haaluma Kanaan:-

1. Aadde Ikraam Abdulqaadir Hoggantuu Biiroo Galiiwwanii

2. Obbo Yahya Abdurahiim Hogganaa Itti aanaa Biiroo Galiiwwanii

3. Obbo Towfiq Mohammad Hogganaa Biiroo Nageenyaa fi tasgabbii

4. Aadde Ramziyaa Abdulwahaab Hoggantuu Biiroo Dhimma Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa

5. Obbo Asefaa Tolchaa hoji gaggeessaa mana qopheessaa Magaalaa Harar

6. Obbo Eliyaas Yoonis hoji gaggeessaa itti aanaa mana qopheessaa Magaalaa Harar

7. Obbo Taajir Shaamee hoji adeemsisaa ejensii misooma bulchiinsa balfa gogaa, miidhaginaa fi misooma magariisa magaalaa

8. Obbo Usmaa’eel Yuusuf Hogganaa Waajjira Misooma Intarpiraayizii fi industirii

9. Aadde Farihaa Mohammad Hoggantuu itti aantuu Biiroo Fayyaa

10. Obbo Kaalid Abdii Itti aanaa Hogganaa Biiroo Misooma Maallaqaa fi Walta'iinsa Diinagdee

11. Obbo Abdulbasit Abubakar Hogganaa Waajjira Bittaa fi gurgurtaa qabeenya Mootummaa

12. Komaandar Raamzii Sulxaan Hogganaa Waajjira Kabachiisa Heeraa

13. Aadde Samiraa Yuusuf gorsaa diinagdee Perezdaantii

14.Aadde Jordaan Ishaaq Hoggantuu waajjira komii ummataa naannichaa
ta’uun muudamanii jiru.

28/11/2023

በእስራኤልና ሃማስ የተኩስ አቁም ስምምነት በሶስት ቀናት 175 ሰዎች ተለቀዋል ተባለ

ከተለቀቁት መካከልም 39ኙ የእስራኤል ዜጎች ሲሆኑ 117 ፍልስጤማውያን እስረኞች መሆናቸው ነው የተነገረው።

የእስራኤሉ ጠቅላይ ሚኒስትር ቤንያሚን ኔታንያሁ ሃማስ በየእለቱ በአማካይ 10 ታጋቾችን የሚለቅ ከሆነ ታጋቾቹ ተለቀው እስኪያልቁ ድረስ የተኩስ አቁሙን ማስቀጠል ይቻላል ብለዋል።

ሃማስም የተኩስ አቁም ስምምነቱ እንዲራዘም እየጠየቀ ነው ተብሏል። ዝርዝር ዘገባውን ያንብቡ፦ https://bit.ly/47UPz7r

27/11/2023

የእስራኤል መርከብ በኢራን በድሮን መመታቷን አሜሪካ አስታወቀች

በህንድ ውቅያኖስ ጉዞ ላይ የነበረች እቃ ጫኝ መርከብ በኢራን የድሮን ጥቃት መመታቷን አሜሪካ አስታወቀች።

አሶሼትድ ፕረስ ስማቸው እንዲጠቀስ ያልፈለጉ የአሜሪካ ባለስልጣንን ጠቅሶ እንዳስነበበው፥ ግዙፍ መርከቧ የእስራኤላዊ ቢሊየነር ንብረት ናት።

የማልታ ሰንደቅ አለማ የምታውለበልበው መርከብ ሶስት ማዕዘን ቅርጽ ባላትና ቦምብ በምትሸከም “ሻሄድ - 136 ድሮን” ሳትመታ እንደማትቀርም ነው የተገለጸው።

ተጨማሪ ዝርዝር በተከታዩ ሊንክ ይመልከቱ፤ https://am.al-ain.com/article/israeli-owned-ship-suspected-iranian-attack

26/11/2023

ሃማስ ያገታቸውን 14 እስራኤለውያንና 3 የሌላ ሀገር ዜጎች ለቀቀ

ሃማስ ካገታቸው ሰዎች መካከል 14 እስራኤለውያንና 3 የሌላ ሀገር ዜጎችን ለዓለም አቀፉ የቀይ መስቀል ማህበር ማስረከቡን የእስራኤል ጦር አረጋገጠ። ሃማስ የለቀቃቸው ዜጎች መካከል ህጻት እና አዛውንቶች እንደሚገኙበት አስታውቋል።

በተኩስ አቁም ስምምነቱ መሰረት እስካሁን 40 የእስራኤል ዜጎች፣ 78 ፍሊስጤማውያን፣ 14 የታይላንድ ዜጎችና አንድ የፊሊፒንስ ዜጋ ከእገታና ከእስር ተለቀዋል።

በተኩስ አቁሙ እስካሁን ምን ተካሄደ፤ ምንስ ይጠበቃል? በተከታዩ ሊንክ ይመልከቱ፤ https://bit.ly/3SWO1Fu

26/11/2023
26/11/2023

ከእስራኤል ጋር ግንኙነት ያላት የነዳጅ ጫኝ መርከብ በባህር ላይ ታገተች

ከእስራኤል ጋር ግንኙነት እንዳላት የተነገረ የነዳጅ ጫን መርከብ በባህር ላይ መታገቷ ተገለጸ። ለንግድ መርከቧ መታገት እስካሁን ኃፊነት የወሰደ አካል የለም ተብሏል።

የላይቤሪያ ሰንደቅ አላማን የምታውለበልብው መርከባ ባህር ላይ ስትታገት የእስራኤል ሃማስ ከተጀመረ ወዲህ ይህ ለ3ኛ ጊዜ ነው።

የእስራኤል መርከብ በኢራን በድሮን መመታቷም ይታወሳል፤ ተጨማሪ ዝርዝር በተከታዩ ሊንክ ይመልከቱ፤ https://am.al-ain.com/article/israeli-owned-ship-suspected-iranian-attack

Address


Telephone

+251972328352

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Areb ali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr.Areb ali:

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram