Dr.Chala

Dr.Chala Baga gara profile page kootti dhuftan
Gorsa barnootaa
Gorsa Fayyaa fi Yaala
gorsa qoricha
Nuu waalin ta'e
(1)

31/03/2026

Jireenya keessatti qabeenyi guddaan qaama fayyaa, sammuu nagaa fi namoota sirrii cinaa kee jiraniidha.

Namni kaayyoo isaa bira gahuu hin danda'u rakkoo baay'ee waan qabuuf osoo hin taane harka kennuuf waan ariifatuuf. Wanti...
31/03/2026

Namni kaayyoo isaa bira gahuu hin danda'u rakkoo baay'ee waan qabuuf osoo hin taane harka kennuuf waan ariifatuuf. Wanti dafee dhufu dafee deema, garuu wanti obsaan fudhatamu dhumarratti faayidaa fi quubsaa ta'a. Of amansiisi! Sammuu kee fayyadami! Galma kee bira ga'i! Harka kee hojiin, qalbii kee jaalalaan, sammuu kee kaayyoodhaan,...

By Dr.Chala

30/03/2026
Qorichi waliin kennamu kun carraa dhiigni sammuu keessatti dhangala'uu ykn dhukkuba onnee dabaluu waan danda'uuf gonkuma...
30/03/2026

Qorichi waliin kennamu kun carraa dhiigni sammuu keessatti dhangala'uu ykn dhukkuba onnee dabaluu waan danda'uuf gonkumaa Clopidogrel + Omeprazole waliin hin fudhatinaa.

Clopidogrel dhiigni akka hin dhangalaane ittisuu isaa dura kaleen kee akka hojiitti hiiku isa barbaachisa. Garuu Omeprazole With Clopidogrel fudhachuun adeemsa hojiitti hiikuu sana ni uggura.

Bu’aa: Kiloopidoogireeliin bu’a qabeessummaa xiqqaa ta’a ❌
Akkasumas carraan dhukkuba onnee ykn dhiigni sammuu keessatti dhangala’uu kee dabaluu danda’a, of eeggannoo gochuu qabda.⚠️

Filannoo fooyya'aa: Bakka isaa filannoowwan nageenya qaban kan akka Pantoprazole fayyadamuu.✅

Gabaabumatti Omeprazole Clopidogrel dadhabsiisuu danda'a.

By Dr.Chala

30/03/2026

Harmeen Kee
Kuma siif
Haa jiraattu

Dhiirti fayya qabeessi tokko guyyaa 13 keessatti sanyii kormaa (ispeermii) dubartoota guutuu addunyaa kanaa mara ulfeess...
30/03/2026

Dhiirti fayya qabeessi tokko guyyaa 13 keessatti sanyii kormaa (ispeermii) dubartoota guutuu addunyaa kanaa mara ulfeessuu danda'u dhangalaasuu danda'a.

By Dr.Chala

Namoota 5 irraa of eeggadhu👌====================1. Abjuuf mul'atakee danquudhaaf galgalaaf ganama kan hojjetan irraa. 2....
30/03/2026

Namoota 5 irraa of eeggadhu👌
====================
1. Abjuuf mul'atakee danquudhaaf galgalaaf ganama kan hojjetan irraa.
2. Ilkaaniin kolfaan kan booll’a siif qotan irraa.
3. Yeroo ati barbaaddu otoo hin taane,yeroo si barbaadanitti qofa kan si argatan irraa.
4. Guddina kee danquudhaaf sababii warra barbaadan irraa.
5. Namoota wanti barbaachisaan hanga harka keerra jiru qofaatti si barbaadan irraa.

By Dr.Chala

30/03/2026

Milkaa'inni carraa miti tapha Obsaa fi Hojii Cimaati.

Uf duuba deebitee jalqaba kee jijjiiruu hin dandeessu, garuu bakka amma irra jirtu irraa kaatee xumura kee jijjiiruu ni ...
29/03/2026

Uf duuba deebitee jalqaba kee jijjiiruu hin dandeessu, garuu bakka amma irra jirtu irraa kaatee xumura kee jijjiiruu ni dandeessa.....!

Address

Oromia
Karamile

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Chala posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category