Hachaltu Guddinan primary health care unit

Hachaltu Guddinan primary health care unit Our Health center found in Modjo town providing all health service which permitted at health center

Duulaa Talaallii pooliyoo guyyaa 12-15/2/2014tti daa'imaan umrii ji'a 0-59 jiranif Magalaa Mojoo Gooxiwaan Ganda Oboo hu...
24/10/2021

Duulaa Talaallii pooliyoo guyyaa 12-15/2/2014tti daa'imaan umrii ji'a 0-59 jiranif Magalaa Mojoo Gooxiwaan Ganda Oboo hunda keessatti guyyaa jedhamerra jalqabee oggeyyi fi namoota deegarsaa godhanin kenama yoo jiru suuraa fudhatameedha.Ogessotni fi deegartootni duula talaalli kana irratti hirmattan gudda galatoma,Jabadha!

30/04/2021

Baga Ayyana du'aa ka'uu Gooftaa keenyaa Iyesus kiristoosin/Fasikaa/sooma hiikatin nagadhan isin gahee!Ayyana kana yoo kabajnuu hojjiwwan gaggarii gooftan keenya nu barsisee hojjachudhan,rakkatootaa,harka qalleeyyii,dhukkubsatoota yaadachudhan gargaarun akka ta'u waamicha dabarsaa,akkasumaas dhibee vaayirasii COVID-19 irra of eegannoo taasisuu fi namoonnii dhibee kana irraa akka of ittisan barsisun gahee keenyaa akka baanu
u jecha,Ayyanni kun kan naga,kan gammachu fi kan badhadhinaa akka isinif ta'u bu/fayyaa keenyaa bakka bu'ee hawwii keenya isinif ibsina,irra deebidhan ayyana gaarii isinif haa ta'u!
Galatoma!
Hunda kessanuu isin Jallanna!

Happy Good Friday/Easter!

When we celebrate Easter we have to obey Jesus Christ teaching: helping people in need,supporting,showing love to our patient/client needing our support,
When we celebrate this holy day we have to protect ourselves from COVID -19 & we have to discharge our responsibility by teaching people to protect themselves from this virus.

Happy holyday/Easter again! Thank you!
We love you all!

Horanna miseensa Inshuraansii fayya Hawasaa/IFH abba warra magaalaa Mojoo ganda 01.
20/02/2021

Horanna miseensa Inshuraansii fayya Hawasaa/IFH abba warra magaalaa Mojoo ganda 01.

17/02/2021
21/12/2020

Address

Mojo

Telephone

+251920395161

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hachaltu Guddinan primary health care unit posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Hachaltu Guddinan primary health care unit:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram