Dima Primary Hospital

Dima Primary Hospital Tajaajila fayyaa hawwataa fi yeroo isaa eeggate hawaasa keenyaaf ni kennina.

01/03/2024
29/01/2024
Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard!Teshale Urgesa, Amanti Zelalem
14/06/2023

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard!

Teshale Urgesa, Amanti Zelalem

Ifni iskiriinii bilbila ismaartii dulloomuu gogaa saffisiisaDhaabbanni meeshaalee miidhaginaa tokko qorannoo gaggeessee ...
11/06/2023

Ifni iskiriinii bilbila ismaartii dulloomuu gogaa saffisiisa

Dhaabbanni meeshaalee miidhaginaa tokko qorannoo gaggeessee ifa bifa diimaa iskiriinii bilbila ismaartii irraa bahu gogaa keessa gad fageenyaan seenuun gogaan akka manca’u akka taasisu argateera. Akka qorannoo maqaan meeshaalee miidhaginaa kun gaggeessetti dargaggoonni %25 guyyaatti yoo xiqqaate sa’aatii 7 iskiriinii bilbilaa fuulduratti dabarsu.

Dhiibbaa ifa jalatti walnyaatinsi asiidii hayaaluuroonik, kolaajiinii fi elaastiin ni jeeqama, gogaan immoo haphii fi dadhaboo ta’a.

Fayyaa Keenya haa eegnu!!

11/06/2023

Guyyaa yeroo baay’ee rafuu

Ogeeyyiin Hospitaala Yunivarsiitii Loozaan walitti dhufeenya irra deddeebiin fi turtii hirriba guyyaa fi carraa rakkoolee dhukkuba onnee fi ujummoolee dhiigaa irraa dhufan gidduu jiru qorachuun warra guyyaa walakkaa hirriba rafan faayidaan ifa ta'e akka jiru argan.

Saayintistoonni kunneen namoota umuriin isaanii waggaa 35 hanga 75 ta’an 3,462 waggoota shanii oliif hordofuun, namoonni guyyaa darbee darbee hirriba rafan (torbanitti al tokko ykn lama, daqiiqaa shan hanga sa’aatii tokkotti) carraan dhukkuba onneetiin qabamuu isaanii %48 xiqqaa ta’uu argan, dhiigni sammuu keessatti dhangala’uu ykn onnee dadhabuu warra guyyaa tasumaa hin rafne caalaa.

Barreessitoonni kunneenis, dhiibbaa hirribni guyyaa fayyaa onnee irratti qabu irratti qorannoowwan kanaan dura godhaman tokko tokko ta’us, barreeffamoonni kanaan dura maxxanfaman hedduun irra deddeebiin ykn yeroo hirriba akkasii akka hin ilaalle hubachiisaniiru.

Fayyaa hin dhabiina!

11/06/2023

Are you healthy?
Our page regularly posts research on human health issues by human body scientists, from different countries. Read, learn from, and share.
Don't lose your health and peace!

Fayyaa jirtuu?Gara fuula keenya kanaan yeroo yerootti dhimmoota fayyaa Qaama Namaa (human body) irratti qorannoowwan Hay...
11/06/2023

Fayyaa jirtuu?
Gara fuula keenya kanaan yeroo yerootti dhimmoota fayyaa Qaama Namaa (human body) irratti qorannoowwan Hayyoota qaama namaa, biyyoota gara garaan dhiyaatan isiinif maxxansina. Dubbisaa, irraa baradhaa, waliif qooda.
Fayyaa nagaa hin dhabiina!

Oduu Gammachiisaa jirattota magaalaa sabbataa fi nannawaa ishee hundafHospitaalli Jalqabaa Diimaa Tajaajila baqaqsanii y...
09/06/2023

Oduu Gammachiisaa jirattota magaalaa sabbataa fi nannawaa ishee hundaf
Hospitaalli Jalqabaa Diimaa Tajaajila baqaqsanii yaaluu eegaleera.

Address

Sebeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dima Primary Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dima Primary Hospital:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category