Waa'ee Fayyaa

Waa'ee Fayyaa Health is Wealth πŸ‘¨β€πŸ‘¨β€πŸ‘¦β€πŸ‘¦

31/01/2026

Naannoon Sidaamaa Kaffaltii Duty haala qajeelfama Civil Service Commission baasen hojii irra olchufi
Oromia Health Bureau maal yaadaa jirtu

β€Ž Bishoftu General HospitalDhimmi : komi faayidaaalee garaagara walin wal qabatu irratti komii qabnu dhiheeffachuu ta'a....
30/01/2026

β€Ž Bishoftu General Hospital
Dhimmi : komi faayidaaalee garaagara walin wal qabatu irratti komii qabnu dhiheeffachuu ta'a. Akkuma armaan olitti ibsamuuf yaalametti hojjettonni sektara fayyaa gaaffiiilee faayidaaa waliin wal qabatan oggeessa fayyaa ilaallatan waliin wal qabatee akka biyyaatti gaafacha turuun ni beekama faayidaalee oggeessaa fayyaa ilallatan walin wal qabatee yeroo garagaraatti mootummaan murtoo dabarsaaa turuun isaa ni yaadatamaa Haa ta'uu malee akka mana hojii keenyaattii gaaffileen bu'uura gaafatamaa turan 1ffaa.kafalti hojii idileen alaa /dutyl 2ffaa.lafa mana jireenyaa fi kkf yoo ta'aan hanga guyyaa har'aatti deebii kan hin arganne ta'uu isaa beekamadha Keessummatti dhimmi kafaltii hojii idileen alaa karaa hogganaa keenyaa nuuf dabree kafaltii mindaa moofaan malee akkataa komishinin sivil servisii federalaa mofaan kafalamaa jedhameera jechuun baay'ee nuu rifaasisee jira gaaffii keenya mindaa qoftii hammaa tokkoo kan fooyya'ee yoo ta'uu kanneen hafanis adeemsaa keessaa fooyya'uu jenne osoo eegamuu kafaltti nu hin eegnen duty qajeelfama komishiniin sivil servisi federaalaa baaseen osoo nuuf kafalamuu gabuu karaa qajeelfama cabeen mindaa duraattin kafalamuu qaba inni jedhu kan nama naasisuu fi gaaffilee gaafachaa turreefillee deebii argachuu akka hin dandeenye fi kan abdi nama kutachiisu ta'uu hubanna Nuti oggeessi fayyaa halkani guyyaa dadhabne dhukkubsanne beelofnee osoo hin jedhiin oggummaa keenyaan tajajila jirra Akkasuma rakkolee keenyaa kanneen akka mana jireenyaa duty akka argachuu gabnuu fi kanneen biraa wajjin haala wal fakkataa ta'een argachuu akka qabnu yeroo yerootti gaafachaa turuun keenya ni beekama kanaaf akka qaama hojjataaf hojachisaa tokkootti gatiin ddhabbii keenyaa akkuma qajeelfamaattin akka nuuf kaffalamuu kabajaan iyyataa keenyaa isin beeksisna Hubachisa akkataa sivil sarvisii federaalaa kan baasee nuf kafalamuu qaba jenne komii keenyaa kabajaan isin beeksisaa qaamni dhimmi isaa ilaallatu hundi furmaata akka kennu isin beeksifna.

Waa'ee Fayyaa
β€Ž

Hospitaala GalamsooPay Our DutyWaa'ee Fayyaa
30/01/2026

Hospitaala Galamsoo
Pay Our Duty
Waa'ee Fayyaa

Hospitaala Muka Xurrii
30/01/2026

Hospitaala Muka Xurrii

30/01/2026

HIDHAA FI DOORSISA DHAABAA

Obbolaan keenya aangoo irra jiran rakkoo keenya hubatanii furmaata fidu jennee ji'a 5 eegne😌
Ammaa gatii dafqa keenyaa jennee gaafannaan iddoo tokko tokkotti maalif nu gaafattu jedhanii hojjetaa dararaa jiru

Warri Oromia Health Bureau fi warri ummata bakka buuna jettanii aangoo irra jirtan hojjetaan kaffaltii malee akkuma itti fufu yaaddanii πŸ˜’

Moo hanga yoomii kaffaltii malee akka hojjetu karoorsitan ⁉️

29/01/2026

Open Letter for Ethippina prime Minister Abiy Ahmed Ali

As it is known and we are appealing we the Medical Professionals working in Oromia are currently going out to the Field after a long period of patience when everything is beyond our control. The main reason for this is the Violation of the federal laws under two circumstances

1.Under the previous working process, duty payment was paid at the person's salary rate.Despite this, the Federal Government last year made a salary increament for its employees Including health professionals. We are very grateful to the federal Government for it and while this law is in place, the Oromia Health Bureau and Oromia Regional Government have clear violated the law of the country verbally by saying that you should be paid duty with the old an salary scale. This is the main reason why the Oromia Health Professionals are went to demonstration. For this reason, we are in the 5th month since the duty payment was stopped. If we go out to express our problems, our professionals in various places are being threatened, beaten, insulted and arrested.

2.As it is recalled, the Federal Civil Service Commission of Ethiopia has implemented the new duty payment scale wich shold be started on Tehasas 6,2018. Therefore, some States and the Health Bureau of other regions as well as Hospitals under the Ministry of Health have already implemented the new directive.So Dear Prime Minister Abiy Ahimed (PHD)We Know that the Country you are ruling is governed by one law and we believe that the regional States will take direction from the Federal Government and conduct the work and Practice. The basis of our question stems from this. How is the law passed by the federal government violated at the regional level ? And how can the laws of a State be broken by one person's Word? So that is what has taken us to the streets.The law has been broken in both the above forms and the duty payment has not been paid to us for the last four months. Therefore, the problem of the health professional of Oromia is not a problem of good governance. Furthermore, the only thing behind the Question that the Oromia health professional is now raising is Hunger and Hunger only

C/C
Oromia Health Bureau
Office of the Prime Minister-Ethiopia
Ministry of Health,Ethiopia
Civil Service Commission
Oromia President Office

29/01/2026

Gatii dafqa ofii gaafachuun yakka miti β˜†

β˜† Stop Intimidation β˜†

Waa'ee Fayyaa

Bulchiinsaa magaalaa Ambootti ogeessoni fayyaa Bufaataa Awwaroo   komii isaani ibsaata
29/01/2026

Bulchiinsaa magaalaa Ambootti ogeessoni fayyaa Bufaataa Awwaroo komii isaani ibsaata

Naamusni ogeessi fayyaa ittiin gaaffii isaa gaafachaa jiru baay'ee nama dinqa β™‘They are highly disciplined and professio...
29/01/2026

Naamusni ogeessi fayyaa ittiin gaaffii isaa gaafachaa jiru baay'ee nama dinqa β™‘

They are highly disciplined and professional

Waa'ee Fayyaa

West wollega Bube Primary hospitals Guyyaa har'aa jechuun guyyaa gaafa 21 / 05/2018 ogeessonni fayyaa hospitaala keenyaa...
29/01/2026

West wollega
Bube Primary hospitals
Guyyaa har'aa jechuun guyyaa gaafa 21 / 05/2018 ogeessonni fayyaa hospitaala keenyaa haala mul'atu Kanaan dhiiga kennaa gaaffii isaanii dhiyeeffataniiru.

Hospitaala Waliigalaa GindaabaratPay our duty Oromia Health Bureau Waa'ee Fayyaa
29/01/2026

Hospitaala Waliigalaa Gindaabarat
Pay our duty Oromia Health Bureau

Waa'ee Fayyaa

PAY OUR DUTYHospitaala Darraa Gundomasqal, Sh/kaabaa
29/01/2026

PAY OUR DUTY
Hospitaala Darraa Gundomasqal, Sh/kaabaa

Address

Selale

Telephone

+251938012472

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waa'ee Fayyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category