ᴍelka Oda General Hospital

ᴍelka Oda General Hospital Concerning about Health related issues at West Arsi and surrounding areas

07/02/2026
Baga nagaan dhuftan. QR Code kana Scan gochuudhaan waan ajaa'ibaa heddu argitu. Kanaaf scan godhaa ilaalaa.Oromia Health...
24/01/2026

Baga nagaan dhuftan. QR Code kana Scan gochuudhaan waan ajaa'ibaa heddu argitu.
Kanaaf scan godhaa ilaalaa.

Oromia Health Bureau
HealthCare.gov
Ministry of Health,Ethiopia
EU Science & Innovation
Technology
Oromia Health Professionals Association

16/01/2026
16/01/2026

HARKA DHIQANNAA (HAND WASHING) FI FAAYIDAA FAYYAA INNI QABU

Harka dhiqachuun maloota ittiin jarmiiwwan dhukkuba fidan harka keenya irraa qulqulleessinu keessaa isa murteessaadha. Jarmiiwwan kanneen qulqulleessuuf ammoo bishaan qofaan osoo hin taane bishaanii fi saamunaa waliin fayyadamuu qabna.

Faayidaawwan harka dhiqachuun qabu
✓Faalama nyaataa ni hambisa
✓Dhukkuboota garaa kaasaa garaagaraa ni ittisa
✓Dhukkuboota sirna hargansuu hir’isuuf
✓Fayyaa dhuunfaafi hawaasaa eeguuf
✓Dhukkuboota bifa weeraraan dhufan ni hir’isa

Yeroo kam harka dhiqannaan murteessa ta’a?
✓Nyaata bilcheessuu fi qopheessuu dura
✓Nyaata nyaachuu dura
✓Daa’imman nyaachisuu dura
✓Mana fincaanii erga fayyadamnee booda
✓Bobbaa daa’immanii erga qulqulleessinee booda
✓Balfaafi xuriiwwan garaagaraa erga qulqulleessineen booda
✓Dhiiga ykn dhangala’aawwan qaama keessaa bahan garaagaraa tuttuquun booda
✓Namoota dhukkubsataniif erga kunuunsa taasifneen booda
✓ Beeyladoota erga tuttuqneefi balfa isaanii erga qulqulleessineen booda

Fayyaan Faaya
Biiroo Fayyaa Oromiyaa

🎉 Just completed level 3 and I'm so excited to continue growing as a creator on Facebook!
12/01/2026

🎉 Just completed level 3 and I'm so excited to continue growing as a creator on Facebook!

We are pleased to launch the official website of Melka Oda General Hospital!Visit us online at:https://www.melkaodahospi...
11/01/2026

We are pleased to launch the official website of Melka Oda General Hospital!

Visit us online at:
https://www.melkaodahospital.gov.et/

Stay tuned for more: A full system to monitor and track our services in real-time is coming soon and will be integrated with the site.

Melka Oda Hospital Expansion Nears Completion Melka Oda General Hospital is in the final phase of a major expansion project, expected to be completed within the next 3–4 months. The new facility will integrate Outpatient (OPD), Inpatient (IPD), Operating Rooms (OR), Radiology, Laboratory, and Admi...

Address

Https://maps. App. Goo. Gl/8FLxkvGXx379PMWT 8
Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ᴍelka Oda General Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram