Beeksisa Hojii

  • Home
  • Beeksisa Hojii

Beeksisa Hojii Dhalootaaf karaa haa taanu! Atis ga'ee kee ba'i.

20/04/2026
   Dhimmi isaa Konkolaachistootaa fi Abbootii qabeenyaa haala yeroo da'oo godhachuun taarifa mootummaan baase darbuun ma...
20/04/2026



Dhimmi isaa Konkolaachistootaa fi Abbootii qabeenyaa haala yeroo da'oo godhachuun taarifa mootummaan baase darbuun maallaqa humnaa olii ummata kaffalchiisaa jiran eeruu kennuun dhiibbaa uumuudha.
ummanni kan gochuu qaban
1. Tiraafika naannoo keessan jirutti himuu
2. Daandii eessaa gara eessaa akka geessu
3. Taarifa isa sirrii fi kan isaan itti dabaluun isin kaffalchiisaa jiran
4. Yoo danda'ame osoo hin sobiin Konkolaattota darbaa kaffalchiisan taargaa isaanii suura kaasuun karaa keessaa naaf ergaa!
sobni aad-maleedha.

Mirga keef falmadhu! Bakka jirtutti Sagalee ummataa ta'i!
gochuun hunduma biraan ga'i!

Ummata ofii miidhuun, saamuun gantummaadha. Cubbuudhas!

19/04/2026

Torbee kana immoo ajandaan miidiyaa maal ta'inna laata?
Mee tilmaamaa!

  /M/Shaggar Namoonni fedhii qabdanii fi Ulaagaa Jedhame guuttan dorgomuu dandeessu.
16/04/2026



/M/Shaggar

Namoonni fedhii qabdanii fi Ulaagaa Jedhame guuttan dorgomuu dandeessu.

  :◈◈◈◈◈Ogeessota Fayyaa Isin Ilaallatu Hundaaf.◈◈◈◈◈✍️Carraa Barumsaa Msc In Clinical Midwifery.
13/04/2026

:
◈◈◈◈◈
Ogeessota Fayyaa Isin Ilaallatu Hundaaf.
◈◈◈◈◈
✍️Carraa Barumsaa Msc In Clinical Midwifery.

11/04/2026

Add Challenge ganamaa🌄.
Nama jedhe
hundumaa hiriyomfadhu➕🤝

11/04/2026

𝗝𝗲𝗰𝗵𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗲𝗲𝗸𝘁𝗼𝘁𝗮𝗮
‎🫰***************************************** 🫰
‎✴️ “Mo’attoonni waan adda ta’e hojjetu miti waanuma jiru karaa adda ta’een hojjetu.”
‎Shiiv keeraa.
‎~
‎✴️“Namni kamillee miilla dhoqqeedhaan sammuu koorra akka ejjetuuf hin eeyyamu.”
‎M. Gaandii.
‎~
‎✴️ “Dukkanni dukkana hin ibsu; Ifatu dukkana ibsa. Jibbi jibba in ari’u; jaalalatu jibba ari’a.”
‎Maartiin Luuter Kiingi.
‎~
‎✴️“Muka ija qabutti dhagaan darbatamu baayyeedha.”
‎Shiiv keeraa.
‎~
‎✴️“Hin danda’amu kan jedhamu wanta hin hojjetamne qofadha.”
‎N. Maandellaa.
‎~
‎✴️"Dukkana guddaa keessa ifa xiqqoon darbuu dandeessa"
‎Abdii Taammanee.
‎~
‎✴️ "Gaa'ela osoo qabduu barattoota dubaraatu si gammachiisa yoo ta'e haadha warraa keef yuunifoormii barataa bitiif."
‎Roobart Mugaabee.
‎~
‎✴️“Haala si mudatu waliin jireenyakee wal fudhachiisuuf yaalii godhi malee; akkan barbaadu ta’uu qaba hin jedhin.”
‎Maartiin Luuter Kiingi.
‎~
‎✴️ “Addunyaan kun bor ni baddi yoo naan jedhan illee har’a sanyii facaasuu hin dhiisu.”
‎Maartiin Luuter Kiingi.
‎~
‎✴️ “Namni tokko yommuu kufu hin injifatamu, yommuu abdii kutatu injifatama.”
‎Riichaard Niiksoon.
‎~
‎✴️"Of wallaaluun of awwaaluudha"
‎Miratuu Shaanqooo.
‎~
‎✴️ "Namni waan siin jedhu hindhabu ofiinuu waa jedha waan ta'eef"
‎Abdii
‎~
‎✴️“Namni dogoggora hojjetee hin beekne nama homaa tokko yaalee hin beeknedha.”
‎Albeert Inistaayin.
‎~
‎✴️ “Nagaan waliigalteedhaan malee humnaan hin argamu.”
‎Albeert Inistaayin.
‎~
‎✴️ “Sababan gatiittii namoota gurguddoo irra dhaabbadheefan namoota kaan caalmaatti fageessee ilaaluu danda’e.”
‎Iyezak Niiwtan.
‎~
‎✴️"Of beekuuf murtoo hinqabdu taanaan of beektes murtoo hinmurteessitu"
‎Miratuu Shaanqoo.
‎~
‎✴️ “Hiyyeessa taatee dhalachuun kee dogoggora kee miti, carraadha. Hiyyeessa taatee du'uun garuu dogoggora keeti.”
‎Biil Geet.
‎~
‎✴️ "Haasaa abbaan barbaade bulbulu ani hindhugu"

‎ kanan dubbise irraa like, follow &share gochuu hin dagatina

11/04/2026

Barri kun bara hamaadha.
Gaarii fakkaatee si miidha.
Qalbii fi ogummaa horadhu!
Waaqayyo uumaa sodaadhu!

10/04/2026

Address

Buraayyuu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beeksisa Hojii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Beeksisa Hojii:

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share