Dr.Fikru Gadisa

Dr.Fikru Gadisa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr.Fikru Gadisa, Medical and health, Addis Ababa.

05/01/2026
BEEKSISA QACARRII OGEESSOOTA FAYYAA​​1. Senior Nurse ​Baay’ina: 1​Barnoota: Digrii (BSc) ykn Dippiloomaa Narsiingii tiin...
01/01/2026

BEEKSISA QACARRII OGEESSOOTA FAYYAA

​1. Senior Nurse
​Baay’ina: 1
​Barnoota: Digrii (BSc) ykn Dippiloomaa Narsiingii tiin.
​Muuxannoo Hojii: Waggaa 5 fi isaa ol hojii irra kan ture/turte.
​2 Junior Nurse
​Baay’ina: 1
​Barnoota: Digrii (BSc) ykn Dippiloomaa Narsiingii tiin.
​3 Senior Laboratory Technologist/Technician
​Baayy’ina: 1
​Barnoota: Digrii ykn Dippiloomaa Medical Laboratory Science tiin.
​Muuxannoo Hojii: Waggaa 3 fi isaa ol muuxannoo qabu/qabdu.
​4.Junior Laboratory Technologist/Technician
​Baayy’ina: 1
​Barnoota: Digrii ykn Dippiloomaa Medical Laboratory Science tiin.
​5.Health Officer (HO)
​Baayy’ina: 1
​Barnoota: Digrii (BSc) Public Health ykn Health Officer tiin.
​Muuxannoo Hojii: Waggaa 5 fi isaa ol .

​Ulaagaalee Waliigalaa:
​Hayyama hojii (License) kan haaromfame qabaachuu.waraqaa qulqullumma(clearance) jiha 6 gaditti barreeffame kan qabu.
​Hawaasa wajjin amala gaariin tajaajila kennuu kan danda’an.
​Iddoo hojjii_Godina shawaa kaabaa ;Finfinnee irraa 112 KM
Ogessonni daandetti fi fedhii qabdan cv keessan gara
_telegram@MCAI1
0922721843

Address

Addis Ababa

Telephone

+251915962878

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Fikru Gadisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr.Fikru Gadisa:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram