24/04/2026
Ajaa'iba garuu dhugaa! !
1. Abbaan Seeraa Rakkoo keessa akka galtu hawwa.
2. Doktarri akka Dhukkubsattu barbaada.
3. Poolisiin Yakkamaa akka taatu barbaada.
4. Barsiisaan akka ati wallaalaa taatu barbaada.
5. Abbaan Lafaa akka ati Mana hin ijaaranne barbaada.
6. Ogeessi Ilkaanii ilkaan keessan akka badu barbaada.
7. Makaanikni konkolaataan keessan akka cabu barbaada.
8. Namni Sanduuqa du'aa tolchu akka duutu barbaada.
9. Jireenya keessatti Badhaadhina ka siif hawwu Hattuu qofa!
━━━━━━━━━━━
Mebriella Alexandria