Woliso BLOOD Bank

Woliso BLOOD Bank donate blood save life Donate Blood Save Life

Isinis Lubbuu Baraaruu ni Dandeessu, Koottaa Dhiiga Arjoomaa!እርስዎም ህይወት መታደግ ይችላሉ፣ይምጡና ደም ይለግሱ!
27/11/2025

Isinis Lubbuu Baraaruu ni Dandeessu, Koottaa Dhiiga Arjoomaa!
እርስዎም ህይወት መታደግ ይችላሉ፣ይምጡና ደም ይለግሱ!

Sirna Beekamtii Kennuu Arjooma Dhiigaa Dhaabbilee Barnootaa.Hojii baru fi barsiisuu cinaatti hojii tola ooltummaa cimaa ...
17/11/2025

Sirna Beekamtii Kennuu Arjooma Dhiigaa Dhaabbilee Barnootaa.
Hojii baru fi barsiisuu cinaatti hojii tola ooltummaa cimaa hojjattaniin Lubbuun namoota hedduu fayyuu danda'eera. Galata Guddaa Qabdu!

Marii fi Sosochiin Arjooma dhiigaa gaggeeffame.Sadaasa 06,2018, Marii fi Sosochiin Arjooma dhiigaa Dura bu'oota manneen ...
15/11/2025

Marii fi Sosochiin Arjooma dhiigaa gaggeeffame.Sadaasa 06,2018,
Marii fi Sosochiin Arjooma dhiigaa Dura bu'oota manneen barnoota sadarkaa 2ffaa fi Kolleejjotaa wirtuu Baankii Dhiigaa Walisoo waliin gaggeeffame.
Arjooma dhiigaa keessatti gaheen dhaabbilee barnootaa ol aanaadha, caalatti cimee itti fufuu qabas

14/11/2025

Dhibeen Heemooreejiik Fiivar (Hemorrhagic Fever) maali? Akkamiin ittifama?

Kennaa Lubbuu Baraaru
10/11/2025

Kennaa Lubbuu Baraaru

"Dhiiga bakka bu'u arjoomuun lubbuu bakka hin buune haa baraarru!!!"

08/11/2025
10/10/2025
11/09/2025
10/09/2025

Address

Wolisobb. Data@gmail. Com
Woliso

Telephone

+251955359389

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Woliso BLOOD Bank posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram