ODAA Medium Clinic

ODAA Medium Clinic OMC is a place where quality Health care service is given by Qualified competent health professiona

Vision :- To provide patient centered quality and respectful care to improve health of our community. Mission :- To establish a healing environment of care according to the standard by qualified physicians with good experiences. Values:-We promote a cultures of :-
* Kindness:-Accepting ,respecting and being open to difference of opinions and beliefs.
* Safety:-Doing no harm ,protecting and ensuring the physical ,mental and spritual well being of our patients.
*Integrity:-Doing the right things even when no one is looking.
*Collaboration:-Working harmoniously with public and private health sectors to achieve the best outcomes(team work)
COMMITMENT:-
To Our Patients:-We are committed to provide high quality patient care at least according to the minimum set of standards. To Our Staff:-We are committed to make ODAA medium clinic a place where we can all experience professional success,personal fulfilment and opportunities for our staff
To Our Community:- We are committed to build healthy and self
reliant communities by delivering high quality and affordable patient care and services that reach beyond the wall of our clinic
*** ODAA ***
GAADDISA TUMAA SEERAA !!!

RISK OF CORONA VIRUS TO  CHILDREN---------------------------------------------------------- Infants and young children a...
13/05/2020

RISK OF CORONA VIRUS TO CHILDREN
----------------------------------------------------------
Infants and young children are typically at high risk of infections caused by influenza – mainly because their respiratory tract and immune system are still immature. As for Covid-19, the virus uses a “spike protein” to bind to a receptor protein called ACE2 in human respiratory cells. One theory is that children have less of these cellular locks in their lower airways (lungs), or they might be a different shape, which is why their upper airways (nose, mouth and throat) are predominantly affected by Corona Virus.
It could also be down to the way children’s immune systems respond to the virus. In some adults, an excessive immune reaction called cytokine storm is what caused multi-organ failure and led to death, not the virus itself. “Covid-19 is mostly immune-mediated, which means that disease in the body results from the activity of the immune system, so young healthy people with good immune systems can also end up with severe disease,” said Julian Tang.
It is possible that children’s immune systems don’t evoke to fight off the virus and leave their lungs protected from serious damage. During the SARS outbreak in 2003, studies found that, unlike adults, children produced relatively low levels of cytokine responses.
But just because children tend not to be severely affected by Covid-19, it doesn’t mean they can’t spread it. The disease spreads from person to person through small droplets from the nose or mouth, which are spread when a person infected with the Covid 19 virus coughs or sneezes. Many children could be silent carriers and spread the virus widely as they are in close contact and don’t always wash their hands or do not use tissue properly. They are often known as super spreaders in other viruses such as cold and flu. This means that children carrying corona virus, with very mild or no symptoms, could pass it on to other, more vulnerable members of their family.(Kevin Frayer)


TAKE CARE FOR CHILDREN, TO CARE OTHERS!

Waayee COVID 19 fi HIV Haqa beekamuu qaban1. Namootni HIV vaayirasiin dhiiga isaanii keessa jiru koronaa vaayirasiif hag...
08/05/2020

Waayee COVID 19 fi HIV Haqa beekamuu qaban
1. Namootni HIV vaayirasiin dhiiga isaanii keessa jiru koronaa vaayirasiif hagam saaxilamoo dha?
2.Hariiroon(association) HIV fi koronaa vaayirasiin qaban maali?
COVID 19 yeroo vaayirasiin SARS-Cov-2 jedhamu sanyiin haaraa bara 2019 A.L.G tti argame qorattootni moggaasaniidha.
 Yeroo ammaatti namootni vaayirasiin HIV dhiiga isaanii keessa jiru Vaayirasii koronaaf saaxilamoo ta’uu fi yoo qabaman itti hammaachuu isaa ragaan gahaan mirkaneessu hin jiru, garuu maddinummaan isaanii jabaa ta’uu yeroo yerootti hamma vaayirasii(viral load) dhiiga isaanii keessa jiru kan to'atame(virally suppressed) ta'uu mirkaneeffachuun barbaachisaa dha.
 Kanaafuu namootni HIV n dhiiga isaanii keessa jiru yeroo hunda qoricharra turuu fi addaan kutuu hin qaban. Namootni HIV n haaraa( new) dhiiga isaanii keessatti mul’ate immoo guyyuma sana ( same day),yoo hin danda’amne immoo torbee gaditti qoricha jalqabuu qabu. Haalli fayyaa isaanii biroo garuu kan daangessu yoo jiraate Ogeessa fayyaa fi tajaajilamaan yoom akka jalqabu mariin murtaa’a.
 Namootni qoricha farra HIV irra jiran qoricha isaanii seeraan fudhachuun vaayirasiin dhiiga isaanii keessa jiru to’atamuutu irra jira(max.viral suppression). Yeroo kana maddinummaan(CD4) isaanii bayyanachuun miidhaa COVID 19 dhufu hir’isa.
 Haa ta’uutii gorsa dhaabbanni fayyaa adhunyaa akkuma namoota kaanii kenne hordofuun tarkaanfii ittisaa fudhachuun barbaachisaadha.
 Namoota saaxilamoo ta’uu danda’an kan akka dhukkuba sukkaaraa,kaansarii,dhukkuba sirna hargansuu,Umurii dullumaa, dhukkuba onnee fi kkf HIV n yoo dhiiga isaanii keessa jiraate ofeeggannoo olaanaa gochuu qabu.
 Ragaan haaraan walitti dhufeenya HIV fi Vaayirasii koronaa gara fuula duraatti tarii jijjiiramuu danda’a
 Hanga ammaatti qorichi COVID 19 fayyisu ykn talaalliin hin argamne. Mallattoo mul’atan qofatu yaalama .
Maddi:- Dhaabbata Fayyaa Adunyaa(WHO)
-Dhaabbata Ittisaa fi To’annoo Dhukkuba Daddarbaa (CDC)

06/05/2020

Modes of transmission of the COVID-19 virus

1. Is COVID 19 IS AIRBORNE DISEASE OR TRANSMITTED THROUGH DROPLET?
Respiratory infections can be transmitted through droplets of different sizes: when the droplet particles are >5-10 μm in diameter they are referred to as respiratory droplets, and when then are

1. MADDINUMMAAN COVID 19 HAGAM OFIRRAA ITTISA? 2. YOO ITTISUU DADHABEHOO? 3. NAMOOTNI VAAYIRASICHAAF SAAXILAMAN AKKAMIIN...
04/05/2020

1. MADDINUMMAAN COVID 19 HAGAM OFIRRAA ITTISA?
2. YOO ITTISUU DADHABEHOO?
3. NAMOOTNI VAAYIRASICHAAF SAAXILAMAN AKKAMIIN IRRAA FAYYU?
Maddinummaan akka baandii maarshiiti,ceelotnii fi keemikaalotni walta’iinsaan hojjatu.
Vaayirasiin qabamuun yeroo vaayirasichi ceelii qaama keenyaa seenerraa jalqaba. Halli daddarba isaanii garuu garaagara. COVID 19 dhangala’aa sirna hargansuu keessaa bayu yeroo qilleensa keessaa olfudhanu nu seenuun karaa pirootiina ceelii keenyaa( ACE-2) ceeliitti maxxana. Erga maxxanee booda gara ceeliitti ol seena. Kana booda ceelii burkuteessuu jalqaba. Vaayirasichi adeemsa ceelota namaa butuudhaan erga of baay’isee booda, ceelota cabsee bayuun gara ceelii haaraa seenuun jabaatee of baay’isuun marsaa wal horuu isaa itti fufa.
Yeroo kanatti maddinummaan keenya akka ‘baandi maarshii’ qophiirra jiruutti sochii jajjabduu lama raawwata. Isaanis
1.Maddinummaa uumamaa kakaasuun qaama alagaa kanaan dura beekuu fi hin beekne hunda ittisuu fi haleeluu eegala.
Ceeliin keenya karaa ittiin vaayirasii hubatu qaba. Akkuma hubateen molekiyuulota burqisiisuun ceelota ollaa jiran dammaksa. Ergama dadammaksaa kana fuudhanii kan deeman “cytokines” jedhamu, isaanis weerarri bakka seenerraa gara ceelota tishuu keessa jiranii deemuun akka weeraraman itti himu. Maddinummaan uumamaa karaa vaayirsichi ittiin seenu hunda irratti lolaa fi ittisa jalqaba. Dandeettii vaayirasichi ceelii moofkachuu fi miliquu qabuun to’achuu dadhaba. Kana bira darbee vaayirachi pirootiina molokiyuulii ceelotaa caccabsuu danda’an qopheessuun caccabsee bira darba. Yeroo kanattis;
2.Maddinummaa inni lammaffaa”adaptive immune response” hojii jalqaba.
Ceeliin ergama maddinummaa uumamaarraa gara maddinummaa vaayirasicharratti xiyyeeffatee lolu” adaptive immune response” tti geessu “dendritic cells” jedhama, ergaa isaaniitiinis;
1.Ceeliin ceelota vaayirasichaan miidhaman ajjeesan,”T-killer cells” ceelota dhukkubsatoo ajjeesuun vaayirasicha dhabamsiisuuf yaalaniyyuu ceelota keenyas walumaan hir’isaa deemu,ceelotni dhukkubsatan akka yaalamanii fayyan osoo hin taane vaayirasichuma faana akka du’an godha jechuu dha.
2.ceelii kana keessaa “T helper cells” warri jedhaman immoo “T-killer cells”dadammaksuun akka ceelii dhiiga adii “macrophage” jedhamu kakaasuun ceelii vaayirasichaan miidhaman marsee qabuun ajjeesuu ykn immoo akka ajjeefamuuf gara kutaa ceelii dhiiga adii biroo”CD4 jedhamu geessu godha. CD4 immoo ergaa isaa gara ‘B-cells’ jedhamutti dabarsa. ‘B-cells’immoo molekiyuulii ‘Antibody’ jedhamu omishuun ‘antibody’ n diina qabee CD8 akka ajjeesuuf dhiyeessa,ofiisaatiinis ajjeesuu yaala, to’anoo jala yoo oolche dhukkubichi gara fuuladuraatti yoo dhufe ceelii yaadatee lolatu”Memory B cells” jedhamu qopheessa.
Garuu adeemsi armaan olii yeroo fudhata. Coronaa vaayirasiin namni tokko qabamee mallatoo agarsiisuuf guyyaa 10-14 itti fudhata. Sana booda “antibody” n qophaayuu jalqaba. Garuu maddinumman sadarkaa olaanaarra kan ga’u torbee 4-8 waan ta’uuf yeroo kanatti “antibody” hojii isaa haala gaariin kan hojjatu.Haa ta’u malee ‘antibody’ n gosa tokkoo vaayirasii gosa tokko qofaaf (specific) waan qophaawuuf humna ga’aa horachuuf shaakallii yeroo dheeraa itti fudhata.
Yeroo tokko tokko ‘antibody” hojii isaarraa maquu danda’a, qaama alagaa ittisuu dhabuun ceelii dhiiga adiin fudhatamuun ceeliin dhiiga adii molokiyuulii “cytokines” jedhamu akka omishan taasisa.Isaanis waamicha ceelotaaf godhu. Kunis dhiitaan sababa ceelotni ittisaa walitti qabamaniin naannoo dhukkubichi seene marsee uumamuun vaayirasichi akka hin babal’anne taasisa.Yeroo tokko tokko garuu,’cytokines’ humnaa olii gadhiifamuun seeliin dhiiga adii seelota dhiiga adii biroo akka ajjeessu godha. Kunnimmoo qaamootni keesssoo namaa (organs) hojii akka dhaaban gochuun lubbuunis akka baatu taasisa; dhukkubichi hamaa akka ta’e agarsiisa.
Du’aaf kan saaxilu” cytokines”amma barbaadamuu ol maaliif akka gadi lakkifaman beekamuu baatus, dullumni fi dhibee biroo qabaachuun saba ta’a jedhama.
Haaluma Kanaan namootni COVID 19 qabaman baay’een “baandi maarshii”maddinummaa keenyaatiin kan dandamatan yoo ta’u kaan immoo sababa omisha ‘cytokines’hamma barbaachisuu oliin lubuun isaanii darbuu danda’a.
Maddi:- Qorattoota ( Brian Resnick and Umair Irfan Apr 23, 2020)

29/04/2020

Maddinummaa fi Dandeettii yaadachuu (immunologic memory) COVID 19
Madinummaan(Immunity) qaamaa dandeettii qaamni keenya dhibee ofirraa loluuf qabu yoo ta'u inni gosa lama qaba.
Kan jalqabaa akkuma miidhaa alaa irra ga'een kan miira loluu agarsiisuun(natural immunity) dhibee sana qolatu yoo ta'u kunis keemikaalota hatattamaan facaasuu fi seelota dhiiga adiitti fayyadamuun dhibee ofirraa loluu hammata.
Garuu sirni madinummaa akkasii kun addatti koronaavaayirasii kan lolu miti. Vaayirasicha adda baasee deebii hatattamaa kan kennuu danda'u miti.Kana jechuun maddinumaan jalqabaa deebii jalqabaa kennuuf baayyee rakkata jechuu dha. kuni immoo amaloota vaayirasoonni baay’een maddinumaa jalqabaa waliin qaban laafaa ta’uu irraa madda (primary immune response).

Yeroo akkasii madinummaa vaayirasicharratti xiyyeeffatee lolutu qaama keenyaaf barbaachisa. Kan vaayirasicha hubatee qaama keenyarra qolatu ''Adaptive immune response'' baraachisa.
Yookiin ammoo madinummaa qaamaa kan seelota qaamaa vaayirasichaan hubaman lolu ''Cellular response'' nu barbaachisa.
Qaamni keenya madinummaa gosa kanaa uummachuuf yeroo dheeraa itti fudhata( guyyaa kudhanii oli).
Madinummaa (immunologic memory) qaama namaa dhibee tokko sirriitti kan yaadatu yoo ta'u kanneen biroo gara qaama keenyaatti seenan ammoo guutummaatti dagata.
Fakkeenyaaf madinummaan qaama keenyaa gifiraa sirriitti yaadata. Dhibeewwan biroo ammoo ni dagata.
Gosi koronaavaayirasii haaraa COVID 19 jedhamu erga mul'atee yeroo dheeraa waan hin turreef madinummaan qaamaa vaayirasicha ofirraa qolatu hagam akka turu baruun hin danda'amne.
Haa ta’uutii garuu seelotni dhukkubicha hubatan ( cellular response) deebii yeroo kennanitti miidhaa ceelii (immune complex) uumuun miidhaa jabaa fi lubbuu baasuuf sababa ta’a.

24/04/2020

For health care workers at pre-triage, the following PPE and steps of donning and doffing is recommended
A.Proper donning sequence includes:
1. Wash your hands if visibly soiled, if visibly clean use alcohol based hand rubs
2. Working gown/ Wear disposable gowns
3. Wear surgical Mask (N-95 masks use is recommended for aerosolizing procedures)
4. Wear Google
5. Wear gloves
 Refrain from touching any other surfaces with gloved hands
B. Proper doffing sequence includes:
1. Remove the disposable gown with your gloves and put in a biohazard bag
2. Wash hands or use Alcohol based hand rub (ABHR)
3. Remove goggles then hand-hygiene with ABHR
4. Remove masks
5. Wash hands with running water and soap or use ABHR if visibly clean

ABHR=alcohol based hand rub

22/04/2020

When and how to wear medical masks to protect against coronavirus?
• Before putting on a mask, clean hands with alcohol-based hand rub or soap and water.
• Cover mouth and nose with mask and make sure there are no gaps between your face and the mask.
• Avoid touching the mask while using it; if you do, clean your hands with alcohol-based hand rub or soap and water.
• Replace the mask with a new one as soon as it is damp and do not re-use single-use masks.
• To remove the mask: remove it from behind (do not touch the front of mask); discard immediately in a closed bin; clean hands with alcohol-based hand rub or soap and water.
• If you are healthy, you only need to wear a mask if you are taking care of a person with COVID-19.
• Wear a mask if you are coughing or sneezing.
• Masks are effective only when used in combination with frequent hand-cleaning with alcohol-based hand rub or soap and water.
• If you wear a mask, then you must know how to use it and dispose of it properly.
Source:-WHO

22/04/2020

Koronaa vaayirasii Irraa of ittisuuf yoomi fi eessatti golgaa fuulaa (medical mask) godhachuu qabna?
• Osoo golgaa fuulaa (medical mask) hin godhatiin dura harka keessan saamunaa fi bishaaniin dhiqadhaa ykn alkoolii 70% n qulqulleeffadhaa.
• Afaanii fi funyaan keessan golgaa fuulaan uwwisuun golgichi fuula keessan wajjin sirriitti walitti maxxanuusaa mirkaneeffadhaa.
• Yeroo itti fayyadamaa jirtanitti gulgituu fuulaa tuquurraa of qusadhaa ;yoo tasa tuqxan immoo dafaatii harka keessan alkooliin ykn bishaanii fi saamunaan qulqulleessaa.
• Yeroo golgaa fuulaa ofirraa baastan karaa duubaarraa wadaroo isaa qabuun ofirraa baasaa, fuuldura isaa harkaan hin xuqinaa; bakka xuraawaan itti gatamu keessatti seeraan gataa.
• Yoo dhukkubbiin sinitti hin dhagamne yeroo namoota koronaa vaayirasiin qabaman gargaartanii fi itti dhiyaattan qofa kaawwachuun sinirraa eegama.
• Yoo sin qufaasise ykn axxiffachiise golgaa fuulaa( medical mask) godhadhaa.
• Golgaan fuulaa (medical mask) gaarii kan ta’u yoo yeroo yerootti harka keenya samunaa fi bishaaniin ykn alkoolii dhaan qulqulleessaa waliin fayyadamneedha.
• Yoo golgaa fuulaa fayyadamtan haala itti fayyadamaa beekuu fi haala ittiin gatanis beekuun dirqama.
Maddi:- Dhaabbata Fayyaa Addunyaa

21/04/2020

akkaataa daddarbuu Vaayirasii Koronaarratti qorannoon taasifaman akka agarsiisutti waliigaltee dhaabbataarra gahuuf qorannoowwan dabalataa akka barbaachisan kan agarsiisuu fi hangasitti garuu qorannoowwan bahan hordofuun ittisuun barbaachisaa dha.
1.Namootni 25% ta’an mallattoo dhukkuba Koronaa 19 (COVID 19) gonkumaa hin agarsiisan. Garuu namootni kun osoo irratti hin beekamiin namoota birootti daddabarsanii dhumarratti vaayirachirraa bilisa ta’u (silent spreaders).
2.Qorannoon Singaapooritti gaggeeffame akka agarsiisutti namni tokko Vaayirasii Koronaan qabamee osoo mallattoo hin agarsiisiin avereejjiidhaan guyyaa 2.55 booda vaayirasicha daddabarsuu jalqaba.
3.Qorannoon biyya Chaayinaatti gaggeeffame immoo guyyaa avereejjiidhaan 2.89 booda vaayirasicha daddabarsuu jalqaba .Garuu namootni vaayirasicha daddabarsan yeroo kanatti mallattoo agarsiisuu hin jalqaban.
4. Qorataan Yuunivarsiitii Menisootaa ,”Timothy Schacker,”mallattoo osoo hin agarsiisiin Vaayrasiin Koronaa daddarbuu danda’a” symptomatic spreading is happening," jedha.
4.Qorannoon hanga har’aatti jiru haala daddarbuu Vaayirasii Koronaa deebii walii gala hin arganne. Garuu mariin qorattoota barnoota saayinsii biyyaalessa Yuunaayitid Steet aangawoota Waayiit Hawusiitti akka himanitti” haasaa fi argansuun” ni daddarba jedhu.
5. Hospitaala Biyyaalessa Jewiish*tti qorataan Roobeert Maason, MD, akka jedhetti waantotni sasalphaan akka tutuqaa funyaanii fi afaanii, balbalaa , minjaalaa fi wantootni itti fayyadamnuu haala salphaan vaayirasicha daddabarsuu danda’a.
6. “Mallattoo COVID 19 hin qabdu jechuun Vaayirasiin Coronaa qaama kee keessa hin jiru jechuu miti.’ “ Maddinummaan qaama keetii hanga wantoota qaama kee keesatti ta’aa jiru hubatutti mallattoo hin agarsiistu.”Peetiin.
7.” Haasaa fi sochiin sagalee baasuu kan akka weedduu/faaruu paartikiloota qilleensarratti baasa. Haalli ittiin daddarbu garuu hamma sagalee baasnuu irratti hundaa’a. Akka ragaatti Bulchiinsa Waashingitan keessatti shaakallii wellistoota garee irratti nomoota 60 keessaa yeroo qorataman 40 n isaanii Vaayirasiin Koronaa qaama isaanii keessa jiraachuu mirkanaa’e.” Qorattota Singaapoor.
8.”Namootni hedduun golgaa afaanii manatti tolfame (homemade mask) ykn kan golgaa biroo (surgical mask) godhachuu qabu.” Dhabbata ittisaa fi to’annoo dhibee daddarbaa(CDC).
Haalli armaan olitti ibsame daddarba Vaayirasii Koronaa haala kana dura barame irraa adda waan taasisuuf, yoo danda’ame namootni uummata keessa deeman( mana turuu hin dandeenye) goglaa fuulaa( face mask) harkaan manatti hojjatames ta’ee kan warshaan hojjatte (surgical mask) godhachuun daddarba vaayirasii koronaa hir’isuun ni danda’ama.

Address

Woliso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ODAA Medium Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to ODAA Medium Clinic:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram