DR Toofiiq mussa

DR Toofiiq mussa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from DR Toofiiq mussa, Doctor, شارع منيع عبدالله, Riyadh.

07/09/2020

"Godina Buunnoo Beddellee keessa rakkoo jabaatu jira.fkn. Qeerroo rashananii bosona keessatti halkan gatuun hedduminaan Mul’ataa jira.
Dheengadduma kana Beddellee irraa gara Coora geessu maqa gabaa gammadaa jedhamutti du’aa Qeerroo shanii(5) gataman boolla tokkotti qonnaan bultootan owwaalaman.
Fb.irratti baanaan isiniinis kanumatu eeggata jechuudhaan waraanni Abiyoot qonnaanbultoota sodaachisaajiru waanta’eef qilleensarra nuu oolchi."

07/09/2020
07/09/2020

Caaffee, .kadiro ,seena .maari hayyota itti dhihaadha

Jawar fi Baqqalaa fa’aaf mirga wabii erga didan, himannaa cimaa irratti banuuf akka deeman akeeka. Abiy jara mana hidhaa...
07/09/2020

Jawar fi Baqqalaa fa’aaf mirga wabii erga didan, himannaa cimaa irratti banuuf akka deeman akeeka. Abiy jara mana hidhaa kaayee filannoo adeemsisuuf yaada. Qeerroo itti muddi! Akkan dhagayaa jirutti umriin mootummaa tanaa baay’ee gabaabduu. Abiy akka dabballoonnii fi kaadronni isaa abdii muranii jalaa gara hin galleef jajjabeessaa jira malee muddamsuu hamaa keessa akka jiru odeeffannoo qabatamaa qaba.

07/09/2020

Gaazexeessitoota addunyaa bebbeekkamoo filannoo naannoo Tigraay irratti argamanii gabaasuuf deeman 12 tahan poolisoonni Abiy Xiyyaara keessaa baasuun dhoorguun himame. Gaazexeessitoota Newyork Times fi Bloomberg keessatti argamu jedhame.

Jara dhoorguun abbaa irrummaa Abiy addunyaatti saaxiluuf karaa guddaa bana. Gama hundaan itti haa muddan. Beekkumsa ittiin biyya bulchu hin qabu waan taheef!

Gootowwan keenya kana like itti roobsa
07/09/2020

Gootowwan keenya kana like itti roobsa

07/09/2020
07/09/2020

Music kana heddun jaaladha ittiin buhara. Ting off ting .

07/09/2020

Abshir ni injifanna
Lammi koo

Address

شارع منيع عبدالله
Riyadh
12797

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when DR Toofiiq mussa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category