Midega Tola Primary Hospital

Midega Tola Primary Hospital Wantoota hospitaalicha keessatti hojjataminii fi tan hospitaalichi hawaasa keessatti hojjatu bifa qindaa'een kan isiniif dhiheessuudha.

04/28/2026

Fostering Global Strategic Partnership for Resilient Pharmaceutical Supply Chain

🅰rbii Paarkii baabile  keesssa bahee Aanaa Midhagaa tolaa   Gandaa Bilisummaa dhufun Namran miidhaa Cimaa geessisun yaal...
04/28/2026

🅰rbii Paarkii baabile keesssa bahee Aanaa Midhagaa tolaa Gandaa Bilisummaa dhufun Namran miidhaa Cimaa geessisun yaalaaf midhaman garaa hospitala keenya yeroo dhufu hatattamaan Yaalaa baqaqsni godhanniifi Dr Sultan Mahammad Midhamaa kana lubbuu isa baaraarree jira namni kuniis ammaa fayyaa gaarii irraattii argamaa. kanaan Durraa Tajaajila akkaana Garaa hospitala Hiwotfaanattii ergamuu ture arraa galataa rabbii ergaa Dr Sultan Mohammed dhufee tajaajila qaalii kana hawaasni keenyaa akkaa argattaan godhamee jiraa. Hawaasni baasii garaagaraaf saaxilaamuun irraa hafe jiraa. Hoggaansi hospitala midhagaa tola baga gammaddan jedhaOromia Health BureauMinistry of Health,EthiopiaKominikeeshinii Aanaa Miidhagaa TolaaMidega Tola ProsperityPartyWaajjira Bulchinsa Magaalaa Miidhagaa AannaWaajjira Bulchinsa Magaalaa Miidhagaa TolaWaajjira Bulchiinsa Aanaa Fadis Bulchinsa Godina Harargee Bahaa

Qorichaafi galteen wal'aansaa qarshii biiliyoona 54 hawaasaaf qaqqabeeraJi'oota saglan darbanitti qorichoonniifi galteew...
04/25/2026

Qorichaafi galteen wal'aansaa qarshii biiliyoona 54 hawaasaaf qaqqabeera

Ji'oota saglan darbanitti qorichoonniifi galteewwan wal'aansaa qarshiin biiliyoona 54 itti baasii ta'e, sadarkaa biyyaalessaatti hawaasichaaf qaqqabsiifamuusaanii Ministeerri Fayyaa beeksise.

Ministirri Minisreerichaa Doktar Maqidas Dhaabaa, madaallii guyyoota 100 ilaalchisuun ibsa kennaniin, dhiyeessii qorichaa Itoophiyaa fooyyessuuf gochoonni riifoormii hedduun raawwatamaniiru.

Ji'oota saglan darbanitti, qorichoonniifi galteewwan wal'aansaa qarshiin biliyoona 54 itti baasii ta'e hawaasichaaf qaqqabsiifamuu kan kaasan Doktar Maqidas, dhaabbileen fayyaa kuma shanii ol waliigaltee akka raawwatan taasisuun dhiyeessii qorichaa mijataa taasisuuf hojjetameera jedhaniiru.

Wiirtuulee dhiyeessii qorichaa 19 aadarkaa biyyaalessaatti jiran teknoolojiin to'achuun hamma qorichaa jiru beekuu, garaa garummaa bakkaa bakkatti jiru adda baasuun danda'amuusaatiin damichaan raawwiin fooyya'aan raawwatamuusaa ibsaniiru.

Mootummaan damee dhuunfaa hirmaachisuufi jajjabeessitoota garagaraa dhiyeessuun hojii hojjeteen, gaheen dhiyeessii
qorichaa biyya keessaa yeroodhaa yerootti guddachaa dhufuusaa dubbataniiru.

Gama biraatiin dhaabbileen fayyaa 380 ta'an dhiyeessii anniisaa soolaariitiin fayyadamaa akka ta'an taasisuun, bakkeewwan wal'aansi baqaqsanii hodhuu ittitaasifamu, bakkeewwan talaalliin kaa'amuufi tajaajila fayyaa daa'immanii itti kennamu addaan ciccitiinsi humnaa akka hinjiraanneef hojjetamaa jira jedhaniiru.

📊 Quarterly Performance Monitoring Meeting Successfully ConductedMidega Tola Hospital has successfully conducted its reg...
04/25/2026

📊 Quarterly Performance Monitoring Meeting Successfully Conducted

Midega Tola Hospital has successfully conducted its regular Quarterly Performance Monitoring Meeting — a key platform for strengthening EHSIG practices and advancing evidence-based decision-making across all levels of the health system.

This important forum enables the hospital to:
✔️ Monitor the quality of health services
✔️ Ensure data accuracy and reliability
✔️ Support timely, informed decisions that improve patient care

Through structured review and collaboration, leadership and frontline staff are empowered to identify challenges, address bottlenecks, and optimize resource utilization effectively.

💡 This approach fosters a strong culture of continuous improvement — where decisions are guided by evidence, not assumptions.

🏥 As a result, the hospital continues to:
• Deliver high-quality, patient-centered care
• Strengthen institutional performance
• Build a more resilient health system

👏 Our commitment to Evidence-Based Clinical (EBC) and EHSIG practices ensures every decision is purposeful, timely, and impactful for the communities we serve.

04/24/2026

Big shout out to my new rising fans! Shueybi Shekaliyi

04/24/2026

With Yusuf Abdi Mohammed – I just got recognized as one of their top fans!

Oduu gammachiisaa Akkuma beekkamu Hospitaalli Keenyaa Tajaajila keenna jiruu Daraan cimsuufi Tajaajila Kennaa jiruu Guut...
04/24/2026

Oduu gammachiisaa
Akkuma beekkamu Hospitaalli Keenyaa Tajaajila keenna jiruu Daraan cimsuufi Tajaajila Kennaa jiruu Guutuu tasisuuf Hojii gamaa Hoggaansattin hojjataamu jjiru hoji gaggessaa Olaanan hospitaala keenya Obboo Abdulaziz Abrahim Hojii diploomaasii Garaagaratiin Meeshaalee yaalaa adda addaa nuu fidaa turuun arraas meeshaalee Qaqqaalii tahan kan Maallaqaa miliyoonaan bitachuuf hin Dandeenye kutaa Tajaajila Daimaan kichuu(NICU) tif barbaachisan kannen akka Incubator, CPAP fi Phototeraphy machine fi meeshaalee tajaajila baqaqsanii yaalan kannen akka cholecystectomy set, prostatectomy set fi herniorrhapy full box Biiroo fayyaa Oromiyaa irraa nuu fidaa jira.
Hoggaannsi Hospitallicha Qormaata Kamiifuu Osoo hin jilbinfaattin Hojji Hospitala Ceesisuu ittin milkaawaa jiran Hojjiin hoggaansa Hospitala keenyattin Hojaattamaa jiru kun Agarsistuu Ummaata ofi tajaajiluuttii fi Kaayyoo Motummaa fi Paartii Badhaadhina paartii teenyaattii Qaban wan ta'eef Hojjii kun Cimee kan itti fufuu ta'aa.

Galatoomaa.
Oromia Health Bureau
Ministry of Health,Ethiopia
Kominikeeshinii Aanaa Miidhagaa Tolaa
Medega Tola Prosperity party
Habtamu Tasfayyee
Miski Mayo Mohammed

04/21/2026

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Biruk Leulseged, Mohamed Awel Ab, Megersa Tofik Siraj, Faysal Hassen, Amir Khan, Abdi Ka Jemal, Firomsa Abdii, Jalatus Jibitus Ani Oromodha, Abdusalaam Mahaammad Abdullaa, Tajudin Aly, Amiir Abdi, Ebsa Kedir, Abbas Abdela, Bayaan Jaloo, Adinan Aliyi Raabsa, Remedan Ruman, Megarsa Ahmed, Aliyi Abdi, Hassen Abdi Ahmed, Adinaan Hasan, Ahmed Mohammed, Hallo Wodesa, Gammachis Abu Erasso, Aliyi Juneydi, Ramadaan Jamaal, Abrahim Suleyman Adem, Darajjee Jimaa, Murad Taju, Juharaa Jamaal, Sani Jemal Uso, Adnan Ahmed, Ali Meeyxii, Ahmed Abrahim, Ebraahim Abdallaa, Mahammad Abdalla, Arif Mohammed, Kamal Alishoo, Abduramaan Ilu, Murad Mohammed, Jemal Daddoo, Sufiyan Mohammed, Tofik Ahmed, Yusuf Abdi Mohammed, Abdirahim Mahamad, Fuad Umer, Kadra Jemal, Zahir Imar, Pharmacist's bishirii , Afriz Kaliifaa Afriz, Abu Umar Farahaan

Address

Midega Lola, Hararghe, Ethiopia
Miami, FL

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Midega Tola Primary Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category